Prodigits |
! You are not logged in to Prodigits. Please register or login.
juharisfeed
Oromianfeeds

Kana beektu ?
Hoogganootni paartilee Oromoo keessatu kanneen dhiihenya biyyaa galan yeroo haala qabsoo isani ibsatanifi dhaamsa ummataf yeroo dhaaman jecha tokkotu isaan wal-fakkeesa Innis TOKKUUMMA kan jedhudha. kan nama dhibu garuu, tokkuumma ofii isaanitif diigaa enyuuf akka himaniidha. yeroo bayyee kan dhageenyu addaan facaa'u isaani male yeroo tokkoman hin dhageenye . qaamni Osoo biyyaa ambaa keessa jiru waligaluu dadhabe gaafa biyyaa gale ummata akkaam gochuufi ? yeroo addaan facaa'anis qabxiile isaan addaan facaafte maal akka tahe vidiiyonis , sagaleenis ykn barreeffamanis ummata ni qabsoofnaf jedhaniif yeroo isaan ibsan dhageenye hin beeknu kan beeknu facaa'u isaani ti fi dhuunfa dhunfaan dhaaba bira yeroo hundeessanidha. akkaa gaafiti Leenco Laata Hooggana ABO nama turedha --- dhaaba hooggana turee kana maalif akka gadhiise ifati wanti inni ibsee hin jiru. qabxii waldhabi isanitis kana jadhee kan inni lafa kaa'e hin jiru. dhaaba bira hundeessu Isa qofa kan nuuf ibsee (ibsaanis)dhaaba bira hundeessun kan facaasan caalaa barbaachisuma kan hundeessanitis nuuf hin ibsiine. Leencoon Hangafa isaani waan taheefin jalqaba irrati kasee male Galaasa Jilboo Kamal Galchuu DAWUUD IBSAA dabalaate murnuma tokko yeroo tahu gaafiin koo ijoon qabsaawoni oromoo maqaa ABO tiin wareegaman kuma dhibboota keessa muraasa yoo kafnee gahaadha Walliisan Ebbiisa Aduunya Walliisaan Usmayyoo MussaEn. Gadisa Hirphaasa En .Tesfahun chemedaJaagama badhaane fi k.k.f ..... ABO enyuun hoogganamuni kan nurra dhumanDawuud ibsaati ?Leencoo Lataati ?Galaasa Dilbooti ?Kamel Galchuuti ? k.k.f ?
0 COMMENTS 64 VIEWS 0 FAVOURITES

* juharisfeed's Blog

UK TOP40 Ringtones

Download PRODIGITS Android APP